
Olmaa dhadachaa
Irraa Haa Barannuu. -----⚖️==== godina jimmaa bulchinsa magaalaa jimmaa ganda mantinnaa iddoo addaa bufata xiyyaaraa abbaa jifaarittii moora...
Radio and PodcastLive Radio & Podcasts
Kuunii sagalee tamsaasa fm mana hojii abbaa alangaa godina jimmaa kan tora interneetii irrattii tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm MHAAGJ kallaattidhaan hordoofuuf linkii www.mhaagj.org jedhuu fay...
Listen to FM MHAAG Jimmaa Attorney, a Government & Organizations podcast by Sagalee Abbaa Alangaa Godina Jimmaa Jimmaa Attorney FM . Stream 22 episodes in Oromo, follow new audio stories, and play episodes online on Radio and Podcast.
Browse this show under Government & Organizations podcasts.
20 episodes are loaded now from a catalog of 22. More episodes can be opened from this page.
Explore Government & Organizations podcasts, United Arab Emirates podcasts and Oromo podcasts.

Irraa Haa Barannuu. -----⚖️==== godina jimmaa bulchinsa magaalaa jimmaa ganda mantinnaa iddoo addaa bufata xiyyaaraa abbaa jifaarittii moora...

Hordooftootaa fi dhaggeeffattota FM waagj sagantaa kenya har'atin sagantaalee odeffannoo fi sagantaa hubannoo seeraa isin biraan genya sagan...

Sagantaa yaalii tamsaasa fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa. Siirboota afaan oromoo oromo music

Kuni Tajaajila Podcast FM Waajjira abbaa alangaa godina jimmaatin qophaa'ee tamsaafamu yommuu ta'u, tamsaasa kenya isa har’aatiin odeessaale...

akkuma bekkamuu waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa dhaqabamummaa seeraa mirkanessuufii hawaasa kenyaaf huvannoo seeraa umuudhaaf hojii d...

Qophessan sagantaa kanaa obboo mulugeetaa megersaa godina jimmaa aanaa coraa botor irraayii.

qophii har’aatin dhimma murtii dhaddacha ijibbaataa Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'e irrattii taasifamee. Seera Yakkaa bara 1996 bahee keww...

Qophii Har’aatin Hubannoo seeraa isin argattan maalii? qophii kana dhageffattanii gaafa xumurtan Ü Himannaa sirna gabaabaadhaan dhiyaatu irr...

የፌዴራል ፍርድ ቤቶች ስተዳደሩ የነበሩ በአ/ቁ 25/96 የነበረው ሲሆን ይህንን አዋጅ በማሻሻል አዲሱ አዋጅ በሥራ ላይ ውሏል። የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 በፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ስር የተቋቋመ 15 ከ...

Akka garee komnikeeshini mana hojii abbaa alangaa godina jimmaatti fm tora internetii irrattii tamsaafamuu banuun kenya galmiifi kayyoon isa...

Habeas Corpus (Qaama Bilisa Baasuu) Seensa Uumama waan hundaa ta’eet jalqaba irraa ka’ee hanga sadarkaa dhummaa qaqqabbutti sadarkaawwan add...

wa'ee tamboo ilaalchisee seerrii mal jeedhaa. sagantaa abbaa alangaa aanaa cooraa bootoor obboo mulugeetadhaan qophaa'ee. www.mhaagj.org see...

Tamsaasa kanaan seera gidaansaa walin wal qabatee barruu xinxala obboo anwaar ahmed abbaa alangaa gidina jimmaatiin kan qophaa'ee kan isinii...

Tamsaasa kanaan barumsa hubannoo seeraa seera godaansaa irrattii abbaa alangaa godina jimmaa obboo Anwar ahmedin qophaa'ee isinin genyaa nu...

Tamsaasa kenya har'aan oduu olmaa dhadachaa irrattii dhihataee.

Tamsaasa kenya kanaan wa'ee araaxaa ilaalchisee seerrii maal akka jeedhuu wal hubachifnaa.

Leenjii hubannoo seeraa seera yakkaaa mfdri seensa isaa irrattii fm mhaagj irrattii hordofaa. We strive toninsure justice.

Hubannoo seeraa interneetiidhan keennuun bu'a qabaa? Galma akka wajjiraatifii akka abbaa alangaattii dirqama hubannoo seeraa keennuu nuurraa...

Obboo Sisay eddessaa turtii gabaaba jimmaa fana fm dukaa

Kuunii sagalee tamsaasa fm mana hojii abbaa alangaa godina jimmaa kan tora interneetii irrattii tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm MHAAGJ kallaatt...
You can listen to FM MHAAG Jimmaa Attorney episodes online on Radio and Podcast. Open an episode and the site player will stream the available audio.
FM MHAAG Jimmaa Attorney is listed as a Government & Organizations show. The show language is listed as Oromo.
This page lists 22 episodes for FM MHAAG Jimmaa Attorney. More episodes are available from the View more button when the list continues.
You can listen to FM MHAAG Jimmaa Attorney episodes on this page by opening an episode and using the site player.
FM MHAAG Jimmaa Attorney is listed as a Government & Organizations show by Sagalee Abbaa Alangaa Godina Jimmaa Jimmaa Attorney FM .
This page lists 22 episodes for FM MHAAG Jimmaa Attorney where feed data is available.